Mul’ata
Bara 2017tti Industirii Konistiraakshinii qulquulina, gahumsa qabuu fi dorgomaa ta'e Naannoo Oromiyaa keessatti uumaamee arguu dha.
Ergama
Industirii Konistiraakshinii Naannoo keenyaa keessatti sirna reegulaatorii cimaa diriirsuun hojii irra oolchu dha.