Caaseeffama Biiroo Konistiraakshinii Oromiyaa
Biiroon Konistiraakshinii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Sadarkaa Biirootti dameewwan Sadi isaanis: Damee Ijaarsa Dandeettii, Damee Reegulaatorii Konistiraakshinii fi Damee Bulchiinsa Konistiraakshinii, fi Adeemsa Hojii Ijoo( 9) fi Adeemsa deeggarsaa (7) waliigala adeemsota (16), Waajjiraalee Godinaoota 18 fi Magaalota Naannichaa 46tiin caaseffamuun hojii isaa eegalee jira.