Hojiiwwaan Gurguddoo Madaallii Gahumsa Ogummaa Konstiraakshinii
- Galmeen dursa madaallii gama caasaa Biiroo keenyaan sadarkaa Magaalaatti akka raawwatamu taasisuu
- Ogeeyyii galmee dursa madaallii raawwataniif Sartifikeeta mirkaneessa galmee fi heyyama hojii waggaa tokkoo qopheessuun kennuu
- Ogeeyyiin Galmaa’an atattamaan akka madaalamaniif ragaa isaanii gara Ejensii Mirkaneessa Gahumsa Ogummaatti dabarsuu
- Ragaa Ogeeyyii Galmaa’anii fi Madaalamanii qofaa qofaatti qindeessuu
- Hojiin ijaarsaa ogeeyyii madaalamaniin qofa akka raawwatamuuf to’annoo gaggeessuu
- Garaagarummaa fedhii fi dhiyeessii humna namaa Konistiraakshinii bira jiru adda baasuu