Kuusaa Oduu

Rakkoo maxxansa Naannoo Oromiyaa hiikuuf piroojektii ijaarsaa mana maxxansaa oromiyaa (TBO) hojjetama jira. Bara 2007 tti kan jalqabe mani maxxansa TBO yeroo amma mashinoota maxxansaa biyyaa alaa irraa galchun dhabbutti jira.
Beeksisaa...

Beeksisaa...

03.09.2019 | Oduu Haaraa | Web Master
Hits: 3645
Abbaan Taayitaa Konistiraakshinii Oromiyaa deddeebii fi baasii hin barbaachifneef saaxilamuu tajaajilamaa/ maamilaa furuu fi tajaajila siya’ataa,hawwataa fi yeroo qusatu kennuuf tajaajiloota kanneen akka: Heeyyama ogummaa Ijaarsa walii gala haaraa kennuu Heeyyama ogummaa...
Gurmuu Walii Ta’uun Industirii Konistiraakshinii Naannoo Keenyaa Haa Ceesifnu!! Abbaan Taayitaa Konistiraakshinii Oromiyaa Walta’insa Waldaa Kontiraaktaroota Naannoo Oromiyaatiin sagantaa marii guyyaa tokkoo Magaala Finfinneetti taasiseera. Sagantichi hoggansa olaanoo federaalaa fi
Leenjiin Walta’insa Abbaa Taayitaa Konistiraakshinii Oromiyaa fi Inistiitiyuutii Bulchiinsa Pirojektii Federaalaa Waliin Guyyaa ‘10’niif Magaala Adaamaatti Kennamaa ture xumurame. Leenjichi leenjii teekinikaa ogeeyyii Abbaa Taayitaa Konistiraakshinii Oromiyaa Sadarkaa Sadrkaan jiranii fi
Seektarri Abbootii Pirojektii ATKO waliin Qindoominaan hojjachuuf Karoora Qindoominaa ji’a jahaa Qopheeffachuuf waliigalan. Marii kana keessattis pirojektii bara kanaaf karoorfame waldubbisaa qindoominaan hojjachuudhaaf ji’oottan jahan fuula duraa kanaaf karoora ifa
Abbaa Taayitaa Konistiraakshinii Oromiyaa Hojjattootaa fi Hoggantoota Abbaa Taayitichaatiif Leenjii Hubannoo Cimsu Kenne. Ogeeyyii Komishinii Farra Malaammaltummaarraa affeeramaniin matadureewwan Tarsiimoo Ittisa Yakka Malaammaltummaa,Maalummaa Malaammaltummaa fi Qajeelfama Naamusa Hojjattoota ATKO
Yaa’ii waldaan Kontiraaktaroota Oromiyaa magaala Adaamatti taa’een koreen boordii hojiiraawwachiiftu Waldaa Kontiraaktaroota Oromiyaa filatamera. Waldaan Kontiraaktaroota Oromiyaa karoora raawwii hojiiisa waggaa lamaan gaggeesuu guyyaa lamaf magaala Adaama galmaa ELQSO tti...
Biiroon Konistiraakshinii Oromiyaa Waldaalee IMX hojii gorsaaf ijaarsa irratti gurma’an namoota 2500 godinaalee fi magaalota Oromiyaa irraa walitti dhufaniif Magaalaa Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti leenjii hubannoo fi teekinikaa kenne.
Biiroon Konistiraakshinii Oromiyaa Karoora bara 2010 irratti Mari’ate. Biiroon konistiraakshinii Ormomia hoggantootaa fi ogeeyyii karooraa sadarkaa biiroo akkasumas Waajjira Konistiraakshinii Godinaalee 20 fi Magaalotaa 18 waliin magaalaa Adaamaatti karoora bara
Leenjiin hubannoo uumuu mata duree Humna Raawwachiisummaa Dubartootaa Cimsuu jedhurratti guyyaa tokkoof qophaa’e dubartoota Biiroo Konistiraakshinii Oromiyaatiif Godina Addaa Naannawa Finfinnee Magaalaa Sabbataatti Ogeessaa Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Daa’immanii irraa...
Hawii fi gaaffii yeroo dheeraa jiratootaa magaalaatti kan ta’e ijaarsi daandii ispaaliti magaala danbidolo 12km guraandhalaa 24 bara 2006 Abbaa Taayitaa Daandiiwwaan Oromiyaa fi dhaabbata kontiraakteera Crosland Construction...
Leenjiin humna raawwachiistummaa cimsuu Biiroo Konistraakshinii Oromiyaatiin Biiroo Misooma Magalaa, Konistraakshinii fi Manneen Naannoo Somaalee Itiyoophiyaatiif Magaalaa Jijjigaatti guyyoota afuriif/4/ mata dureewwan adda addaa shan(5)...
Leenjiin ogeessotaa fi hoggansaa qooda qabaattota Industrii Konistiraakshinii Naannoo Oromiyaa walta’insa Biiroo Konistiraakshinii Oromiyaa fi Inistiitiyuutii Manaajimentii Pirojektoota konistiraakshinii Itoophiyaa waliin ta’uun magaala Adaamatti Caamsaa 14/2009-19/2009 mata-duree adda addaa shan...
Agarsiisni Igzibiishinii Konistiraakshinii Oromiyaa kun walta’insa biiroo konistiraakshinii Oromiyaa,Waldaa Kontiraakteeroota Oromiyaa fi Mana Maree Waldaalee seekteralee Oromiyaan kan qophaa’e yoo ta’u Caamsaa 21-27 /2009tti banaa ta’uun qaama hundaan akka...
Biiroon Konistiraakshinii Oromiyaa waltajjii guyaa 9/06/09-11/06/09 magaalaa Adaamaatti taa’een bu’aa karooraa fi raawwii hojii ji’a jahaa godinoota 20 fi magaalota 18 gamaggameera.Gamaggama gaggeeffameen ciminnii fi laafinni raawwii hojiis adda bahee...
Marii Kontiraaktaroota Oromiyaa Adoolessa 22/2008 Galma Abbaa Gadaatti mari’atameen koreen boordii hojii raawwachiiftuu Waldaa Kontiraaktaroota Oromiyaa filatamaniiru. Wixinee danbii ittiin bulmaata waldichaa raggaasuun miseensonni kanaan dura torba...
 © 2017 Oromia Construction Bureau.  All Rights Reserved. Designed and Implemented by: Bekele A.