KABAJAMTOOTA ABBOOTII DHIMMAA HUNDAAF
Biiroon konistiraakshiinii oromiyaa kenna heeyyama ijaarsa bishaanii Adoolessaa 1 bara 2009 irraa eegale kennuu kan calqabe ta’uu isaa kabajaan isin beeksiifna. Ulaagaa Heeyyama Ijaarsa Bishaanif barbaachisan.
ለክቡራን ባለጉዳዬቻችን በሙሉ
የኦሮሚያ ኮንስትራክሽን ቢሮ የውሃ ነክ ሥራ ፍቃድ ከሐምሌ 1 2009 ዓ.ም ጀምሮ መስጠት የጀመርን መሆኑን በአክብሮት እንገልፃለን፡፡